WANGEELA LUQAAS 4:9-12
WANGEELA LUQAAS 4:9-12 MACQUL
Seexanichi ammoo Yerusaalemitti isa geessee, fittee guutuu mana qulqullummaa irra isa dhaabachiisee, ?Dhugumaan ilma Waaqayyoo yoo taate as irraa gad of darbadhu! ?Dhimmanii akka si eeganiif ergamoota isaa siif in abbooma*, isaanis miilli kee dhagaatti akka hin buunetti harka isaanii irratti si baatu? kan jedhu caafameera? jedheen*. Yesus yommus, ? ?Waaqayyoon gooftaa kee gar-malee hin eeggatin? jedhameera? jedhee deebiseef*.