WANGEELA LUQAAS 3:21-22
WANGEELA LUQAAS 3:21-22 MACQUL
Yeroo namoonni hundinuu cuuphamanitti, Yesusis in cuuphame; utuu inni kadhachuutti jiruus waaqni baname. Hafuurri qulqulluun bifa gugeetiin mul'atee irra bu'e; sagaleenis waaqa irraa dubbatee, ?Ati ilma koo isa jaallatamaa dha; gammachuun koos sitti in raawwatama? jedhe*.