WANGEELA LUQAAS 24:31-32
WANGEELA LUQAAS 24:31-32 MACQUL
Yommus iji isaanii ittifamee kan ture gad dhiifame, hubatanis, inni garuu isaan duraa miliqe*. Isaan immoo, ?Yeroo inni karaatti nutti dubbachaa, macaafa keessatti kan caafames nuu ibsaa dhufe garaan keenya in raafame, mitii ree?? waliin jedhan.