WANGEELA YOHANNIS 15:19
WANGEELA YOHANNIS 15:19 MACQUL
Kan biyya lafaa utuu taatanii, biyyi lafaa akka kan isaatiitti isin in jaallata ture; amma garuu anatu biyya lafaa keessaa isin fo'ate malee, isin kan biyya lafaa waan hin ta'iniif, biyyi lafaa isin in jibba*.