Macaafa Abboota Firdii 6:13
Macaafa Abboota Firdii 6:13 MACQUL
Giidewon immoo deebiseefii,<<Yaa gooftaa ko! Waaqayyo nuu wajjin utuu jiraatee, maaliif wanti kun hundinuu nutti dhufa ree>> Hojiin isaa inni dinqisiisaan inni abboonni keenya,<<Waaqayyotu ittiin biyya Gibxii nu baase>> jedhanii nutti himaa turan meerre ree>> Amma garuu Waaqayyo nu gatee harka warra Miidiyaanitti dabarsee nu kenne>> jedheen.