Seera Uumamaa 50:26
Seera Uumamaa 50:26 MACQUL
Yoseef nama waggaa dhibbaa fi kudhanii yeroo ta'etti in du'e; namoonnis reeffa isaa qorichaan sukkuumanii gogsanii, biyya Gibxiitti bidiruu addaan miidhagfamee reeffa keessa ciibsuudhaaf hojjetame keessa in kaa'an.