Seera Uumamaa 38:9
Seera Uumamaa 38:9 MACQUL
Onaan garuu sanyiin kan isaa ti akka hin jedhamne waan beekuuf, obboleessa isaa sanyii malee hambisuudhaaf, yeroo haadha manaa obboleessa isaa bira ga'u, isa sanyii ta'u sana lafatti naqee in balleessa ture.