Seera Uumamaa 21:6
Seera Uumamaa 21:6 MACQUL
Saaraanis,<<Waaqayyo sababii ani ittiin kolfu anaaf kenne, warri dhaga'an hundinuus anaa wajjin in kolfu>> jette.