Seera Uumamaa 20:6-7
Seera Uumamaa 20:6-7 MACQUL
Waaqayyo immoo abjuu sana keessa Abiimelekiin,<<Ati garaa keetti hamaa utuu hin yaadin kana akka goote ani iyyuu beeka; kanaaf ati akka ana hin yakkineef ani si dhowweera; ati akka ishee bira geessuufis ani karaa siif hin laanne. Amma haadha manaa namichaa galchiif! Innoo raajii dha! Inni siif in kadhata, atis in jiraatta; namichaaf yoo galchuu dhabaatte garuu, ati akka duutu, namoonni kee hundinuus akka du'an beeki!>> jedhe*.