Seera Uumamaa 14:22-23
Seera Uumamaa 14:22-23 MACQUL
Abraam garuu mootii Sodoomiin,<<Ani harka koo gara Waaqayyo gooftaa isa hundumaa gara irraa jiruu fi isa waaqaa fi lafa uumetti ol nan kaasa; kanaanis ati,<<Anatu Abraamin sooromse>> akka hin jenneef, waanuma kan kee ta'e keessaa fo'aa yookiis teepha ittiin kophee hidhatan illee akkan hin fudhanne kakadhee sitti nan hima.