Macaafa Hisqi'el Raajichaa 44:30
Macaafa Hisqi'el Raajichaa 44:30 MACQUL
Angafa waan hundumaa keessaa inni caalu, kennaan addaan dhi'aatu hundinuu lubootaaf haa ta'u! Eebbi mana keessan irra akka buufatuttis daakuu keessan irraa isa caalu lubootaaf kennaa*!