Seera Ba'uu 9:9-10
Seera Ba'uu 9:9-10 MACQUL
Innis guutummaa biyya Gibxii irratti haa awwaara'u, namaa fi horii guutummaa biyya Gibxii irrattis iita madaa'u haa fidu!>> jedhe*. Yommus isaan cilaattii qodaatti qabatu iddoo ibiddaatii hammaaratanii fuula mootichaa dura in ijaajjan; Museen cilaattii sana gara waaqaatti in facaase; inni immoo namaa fi horiitti iita madaa'u in ta'e*