Seera Ba'uu 3:2
Seera Ba'uu 3:2 MACQUL
Achitti ergamaan Waaqayyoo arraba ibiddaa isa huuxxii qoraattii tokko keessaa boba'u keessatti Museetti mul'ate; Museenis gara huuxxii qoraattichaa ilaalee, kunoo, huuxxicha irratti ibiddi in argama ture, garuu hin gubanne*.