Macaafa Asteer 4:16
Macaafa Asteer 4:16 MACQUL
<<Dhaqii, Yihudoota Susaan keessa jiran walitti qabiitii, waa'ee kootiif soomaa, guyyaa sadiif halkanis guyyaas homaa hin nyaatinaa, hin dhuginaas! Anii fi xomboreewwan koos akkasuma in soomna; lafa mootichi jirutti ol galuun seera mootummaa kanaa duuba yoo ta'e iyyuu, akka kanatti ani yoon du'es du'inna! Gara lafa mootichi jirutti ol nan gala>> jette.