Macaafa Daani'el Raajichaa 7:27
Macaafa Daani'el Raajichaa 7:27 MACQUL
Mootummaan, mo'uun, guddinni mootummoota guutummaa bantii waaqaa jala jiranii, saba warra isa hundumaa gara irraa jiruuf qulqullaa'aniif in kennama; mootummaan isa hundumaa gara irraa jiruu, mootummaa bara baraa ti; warri mo'an hundinuus isa in waaqessu, isaafis in abboomamu>> jedhe*.