YouVersion Logo
Search Icon

Macaafa Daani'el Raajichaa 7:14

Macaafa Daani'el Raajichaa 7:14 MACQUL

Warri saba garaa garaa, warri gosa garaa garaa, warri afaan garaa garaa dubbatan hundinuu akka isa waaqessaniif, gooftummaan, ulfinni, mootummaan isaaf in kenname; gooftummaan isaa kan hin darbinee dha, inni gooftummaa bara baraa ti; mootummaan isaas isa balleeffamu miti>> jedhe*.