Macaafa Daani'el Raajichaa 4:37
Macaafa Daani'el Raajichaa 4:37 MACQUL
Ammas hojiin isaa hundinuu dhugaadhaan, karaan isaas qajeelaa waan ta'eef, warra adeemii isaaniitiin of gurguddisan immoo gad deebisuu waan danda'uuf, ani Nebukadnezaar mootii isa waaqa irraa nan jajadha, ulfinaa fi guddinas nan kennaaf!>> jedhe*.