Macaafa Daani'el Raajichaa 3:29
Macaafa Daani'el Raajichaa 3:29 MACQUL
Ammas akka kanatti oolchuu kan danda'u Waaqayyo kan biraa waan hin jirreef, saba, gosa, afaan dubbatamu keessaa namni dubbii hin taane Waaqayyo isa kan Shaadraak, Meshaakii fi, Abed-Neegoo irratti dubbatu, harki isaa fi miilli isaa irraa ciramee, manni isaa diigamee tuullaa kosii ta'ee akka hafuuf, kunoo ani abboommii baaseera!>> jedhe*.