YouVersion Logo
Search Icon

Macaafa Daani'el Raajichaa 3:28

Macaafa Daani'el Raajichaa 3:28 MACQUL

Kana irratti Nebukadnezaar,<<Waaqayyo inni kan Shaadraak, kan Meshaak, kan Abed-Neegoo ulfinaan haa jajamu! Inni ergamaa isaa ergee hojjetoota isaa kana oolcheera; hojjetoonni isaa kun isa waan amanataniif abboommii mootichaa homaatti hin lakkoofne; Waaqayyo isaanii malee waaqayyolii kan biraa akka hin waaqessine, isaaniif akka hin saganneefis dhagna isaanii gubamuutti dabarsanii kennan.