Macaafa Daani'el Raajichaa 3:25
Macaafa Daani'el Raajichaa 3:25 MACQUL
Innis itti dabalee,<<Ani garuu kunoo namoonni afur hiikamanii, miidhamni tokko utuu isaan irra hin ga'in ibidda keessa asii fi achi adeemuu isaanii nan arga; bifni isa afuraffaa immoo bifa ilma waaqayyolii in fakkaata>> jedhe*.