Macaafa Daani'el Raajichaa 2:44
Macaafa Daani'el Raajichaa 2:44 MACQUL
<<Bara mootota sanaatti Waaqayyo inni waaqa irraa mootummaa deebi'ee matumaa hin badne, isa mo'ichi isaas saba biraatti hin darbine dhaabuuf jira; inni mootummoota sana hundumaa caccabsee in hurreessa, badduus isaan in baasa; ofii isaatii immoo bara baraan jabaatee in dhaabata*.