YouVersion Logo
Search Icon

Macaafa Daani'el Raajichaa 2:27-28

Macaafa Daani'el Raajichaa 2:27-28 MACQUL

Daani'el immoo deebisee,<<Dhoksaa mootichi gaafate kana, ogeessonni,<<Beekaa>> warri jedhaman, warri ayyaana hedan, warri urjii ilaalanii namaaf himanis danda'anii mootiitti hin beeksisan; garuu inni wanta dhokatanii jiran mul'isu tokko bantii waaqaa keessa jira, inni immoo Waaqayyoo dha; inni wanta bara booddeetti ta'uuf jiru Nebukadnezaar mootichatti beeksiseera; abjuun kee, mul'anni ati siree kee irra ciiftee mataa kee keessa naanna'aa tures isaan kam akka ta'an sitti nan hima*.