YouVersion Logo
Search Icon

Macaafa Daani'el Raajichaa 2:20-22

Macaafa Daani'el Raajichaa 2:20-22 MACQUL

Daani'el, <<Ogummaanii fi aangoon kan isaa waan ta'eef, maqaan Waaqayyoo baraa hamma bara baraatti eebbifamaa haa ta'u! Inni yeroo, kutaa baraas in geddara, mootota mootummaa irraa in buusa, isaan in moosisas; warra ogeessotaaf iyyuu ogummaa, warra beektotaafis hubatanii beekuu isatu kenne*. Dubbii gad fagoodhaa fi dhokataa in mul'isa, wanta dukkana keessa jiru in beeka, ifnis isa bira in jiraata.