HOJII ERGAMOOTAA 8:29-31
HOJII ERGAMOOTAA 8:29-31 MACQUL
Hafuurri qulqulluun yommus Filiphosiin, ?Konkolaataa kanatti dhi'aadhuutii, isa duukaa adeemi!? jedhe. Filiphosis konkolaataa sanatti fiigee, namichi macaafa raajicha Isaayaas utuu dubbisuu dhaga'e, ?Waan dubbisuutti jirtu kana in hubattaa?? jedhee isa gaafate. Namichi immoo, ?Utuu namni anaaf hin ibsin, attamittan hubachuu danda'a?? jedhee deebise; akka Filiphos konkolaataa yaabee isa bukkee taa'uufis in kadhate.