HOJII ERGAMOOTAA 16:27-28
HOJII ERGAMOOTAA 16:27-28 MACQUL
Namichi mana hidhaa eegu sun warreeree hirribaa dammaqee, balbaloonni mana hidhaa banamuu yommuu argee, warri hidhaman waan sokkan se'e; kanaafis billaa isaa luqqifatee of ajjeesuu barbaade*. Phaawulos garuu sagalee guddaadhaan, ?Waa of hin godhin! Nuyi hundumti keenya as jirra? jedhee itti iyye.