YouVersion Logo
Search Icon

HOJII ERGAMOOTAA 11:23-24

HOJII ERGAMOOTAA 11:23-24 MACQUL

Inni dhufee, ayyaana Waaqayyoo isaaniif kenne yommuu argetti, in gammade; gooftaatti amanamanii garaa isaanii guutuudhaan akka itti cimaniif, isaan in gorse*. Innoo nama gaarii, hafuura qulqulluudhaan guutuu, amantii isaattis jabaa ture; namoonni baay'eenis gara gooftaa dhufan*.