HOJII ERGAMOOTAA 11:17-18
HOJII ERGAMOOTAA 11:17-18 MACQUL
Egaa isaan akkuma keenya gooftaa Yesus Kristositti yeroo amanan, Waaqayyo kennaa hafuuraa isa nuuf kenne, isaan kanaafis erga kennee, ani eenyuun ta'eetan Waaqayyoon dhowwuu danda'a ree?? jedhe. Isaan kana hundumaa erga dhaga'anii, morkiin isaanii gab jedhe. Kana irratti isaan, ?Egaa'oo, yaada garaa isaanii geddaratanii akka ittiin jiraataniif, Waaqayyo warra saba isaa hin ta'iniifis karaa kenneera kaa? jechaa Waaqayyoon galateeffatan*.