YouVersion Logo
Search Icon

Macaafa Seenaa Baraa Isa Lammaffaa 32:7-8

Macaafa Seenaa Baraa Isa Lammaffaa 32:7-8 MACQUL

<<Humni guddaan kan isaa caalu nu bira waan jiruuf, cimaa, ija jabaadhaa malee, mootii Asorii fi loltoota isaa warra baay'ee kana sodaattanii hin na'inaa*! Inni irree fooniitiin lola, Waaqayyo gooftaan keenya garuu nu bira goree nuuf in lola>> jedhe; kana irratti jarri dubbii Hisqiyaas mootiin Yihudaa dubbateen humna in argatan*.