Macaafa Saamu'el Isa Duraa 4:18
Macaafa Saamu'el Isa Duraa 4:18 MACQUL
Yommuu namichi waa'ee sanduuqa kakuu Waaqayyoo dubbatetti, Eliin barcuma isaa irraa bukkee karra mandarichaatti dugdaan in kufe; inni jaarsa dulloomaa fi kan dhagni itti ulfaatu waan tureef, boquun isaa cabee achumaan in du'e. Eliin abbaa firdii ta'ee Israa'elin waggaa afurtama in geggeesse.