Macaafa Saamu'el Isa Duraa 24:7
Macaafa Saamu'el Isa Duraa 24:7 MACQUL
Daawit dubbii isaa kanaan namoota isaa in ittise; Saa'ol irratti akka ka'aniifis tole isaaniif hin jenne; Saa'ol yommus ka'ee holqicha keessaa ba'ee karaa isaa irra bu'ee in adeeme.