Macaafa Saamu'el Isa Duraa 24:5-6
Macaafa Saamu'el Isa Duraa 24:5-6 MACQUL
Haa ta'u iyyuu malee, andaara uffata Saa'ol kutuun isaa yaada garaa isaa waan tuqeef*, namoota isaatiin,<<Waaqayyo waan akkasii gooftaa koo isa Waaqayyo dibe irratti hojjechuu anattii haa fageessu! Isa Waaqayyotu dibe waan ta'eef, harka koo isa irratti ol hin fudhadhu>> jedhe*.