Macaafa Saamu'el Isa Duraa 19:9-10
Macaafa Saamu'el Isa Duraa 19:9-10 MACQUL
Gaaf tokko hafuurri hamaan Waaqayyo biraa gara Saa'olitti in ergame; inni yeroo sanatti eeboo qabatee mana isaa keessa in taa'a, Daawit immoo kiraara in rukuta ture*. Saa'ol eeboo isaatiin Daawitin keenyanitti fayyisuu barbaadee itti in darbate; Daawit garuu isa jalaa in miliqe; kana irratti Daawit halkanuma gaafasii baqatee in ba'e*.