Macaafa Saamu'el Isa Duraa 15:11
Macaafa Saamu'el Isa Duraa 15:11 MACQUL
<<Saa'ol na duukaa bu'uu dhiisee deebi'eera; inni akka dubbii kootiitti waan hin raawwatiniif, isa moosisuu kootiif nan gadda>> jedhe; Saamu'elis dubbii dhaga'e kanaaf gaddee, halkan sana guutuu gara Waaqayyootti in iyye*.