Macaafa Moototaa Isa Duraa 3:6
Macaafa Moototaa Isa Duraa 3:6 MACQUL
Solomoon deebisee,<<Abbaan koo Daawit fuula kee dura amanamummaa fi qajeelummaadhaan, gara-tolinaanis waan deddeebi'eef, garbicha kee kanatti gaarummaa guddaa argisiifteetta; gaarummaa guddaa kanas isaaf eegdee, ilma iddoo isaa bu'ee bara kana teessoo isaa irra taa'u in kenniteef.