Macaafa Moototaa Isa Duraa 22:22
Macaafa Moototaa Isa Duraa 22:22 MACQUL
Waaqayyo immoo,<<Attamitti isa gowwoomsita?>> jedhe; hafuurichi immoo,<<Dhaqee hafuura sobaan raajota isaa hundumaa dubbachiisu nan ta'a>> jedhe; kana irratti Waaqayyo immoo,<<Eyyee, akkasitti in dandeessa, dhaqiitii akkasuma godhii isa gowwoomsi!>> jedheen.