Macaafa Moototaa Isa Duraa 22:20
Macaafa Moototaa Isa Duraa 22:20 MACQUL
Waaqayyo,<<Egaa Ahaab gara Raamoot-Giil'aad dhaqee achitti akka ajjeefamuuf eenyutu isa gowwoomsuuf jira ree?>> jedhe; inni tokko <<Kana>> jedhe, inni kaan immoo <<Sana>> jedhe.