Macaafa Moototaa Isa Duraa 19:19
Macaafa Moototaa Isa Duraa 19:19 MACQUL
Ergasii Eliyaas achii ka'ee utuu adeemuu, Elsaa'i qotiisa qotaa utuu jiruu in arge; qotiyyoo cimdiin kudha tokko isa dura turan, cimdii kudha lammaffaatiin immoo ofii isaatii in qota ture; Eliyaas isa bira yommuu ga'e wayyaa isaa of irraa fuudhee darbatee isa irra in buuse.