Macaafa Moototaa Isa Duraa 19:13
Macaafa Moototaa Isa Duraa 19:13 MACQUL
Eliyaas yeroo kana dhaga'etti wayyaa isaa fuulatti haguuggatee gad ba'ee, balbala holqichaa dura in dhaabate; kunoo, sagalee,<<Yaa Eliyaas asii maal hojjetta?>> jedhu in dhaga'e.