Macaafa Moototaa Isa Duraa 19:10
Macaafa Moototaa Isa Duraa 19:10 MACQUL
Inni immoo deebisee,<<Sabni Israa'el kakuu siif galan dhiisanii iddoo aarsaa kee diiganii raajota kees billaadhaan waan fixaniif, si Waaqayyo gooftaa maccaatiif baay'ee nan hinaafan ture; raajota kee keessaa anuma duwwaatu hafe, anuma iyyuu immoo ajjeesuu in barbaadu>> jedhe*.