YouVersion Logo
Search Icon

Macaafa Moototaa Isa Duraa 18:21

Macaafa Moototaa Isa Duraa 18:21 MACQUL

Eliyaas yommus namoota sana hundumaa duratti ba'ee,<<Hamma yoomiitti yaadni keessan walaallammii ta'a>> Gooftichi Israa'el Waaqayyoo dha yoo ta'e, isa duukaa bu'aa! Yookiis Ba'aaltu Waaqayyoo dha yoo ta'e, isa duukaa bu'aa!>> isaaniin jedhe; jarri garuu waan tokko illee hin dubbanne*.