YouVersion Logo
Search Icon

Wongeela Maarqoosii 5:35-36

Wongeela Maarqoosii 5:35-36 GAXNT

Adoo Yesuus kana dubbatiisatti jiruu, namooti gariin mana Yaayiroosii bulchaa Mana Waaqeffannaa Yihudootaatii dhufanee, “Intalti teeti duuteerti. Yoona maaf barsiisaa rakkitta?” isaan jedhane. Yesuus ammoo, waan dubbatame san tuffatee, bulchaa Mana Waaqeeffannaa Yihudootaa saniin, “Hin sodaatin, dhugeeffadhu malee!” jedhe.