YouVersion Logo
Search Icon

Wongeela Luqaasii 7:7-9

Wongeela Luqaasii 7:7-9 GAXNT

maaf jennaan, ani nama gara keeti dhufiisaaf malee moti. Ammoo afaanuma calla'aan ajaji, mucaan kiyya hin fayya. Anille nama baallii ol aantuu qabu jala nama jiru, loltoota ifiin jalatti ajajulle qaba. Isaan keessaa nama tokkoon, ‘Deemi’ yoo jedhe, innille hin deema; ka dhibi'iin ‘Koyi’ yoo jedhe, innille hin dhufa; tajaajilaa kiyyalle'een, ‘Kana huji’ yoo jedhe hin huja” jedhe. Yesuus tana yennaa dhage'e baaseffatee gara worra isa hordofuu midhatee, “Ani isinitti hima, dhugeeffannaa guddoo akkasii Israa'el keessalle'etti ijjumaa hin dhaggine” isaaniin jedhe.