Roomaa 2:3-4
Roomaa 2:3-4 KAKHAA
Jaala kiyya! Ati yo warra wallaala tolchuutti murtee, ufii ammoo deebitee wallaaluma sun tolchituu, waan muraa Waaqaa jalaa baatu ufi seetaa? Hegerii arjooma, naasuufi obsa isaa tuffattaa? Arjooma Waaqaa akka innii daba irraa si deebisuu fedhu hinbeettuu?