Wongeela Maarqoos 1:17-18
Wongeela Maarqoos 1:17-18 ARSIDNT
Yesus'llee, «Koota'aatii ana horddofaa! Akkuma qurxummii qabddan mara, namoota'llee akka wolitti naaf qabddan isin ni taasisa!» isaaniin jedhe. Isaan'llee bakkumatti tabbaarrii isaanii dhiisanii, isa ni horddofan.