YouVersion Logo
Search Icon

Wongeela Maatewos 28:12-15

Wongeela Maatewos 28:12-15 ARSIDNT

Itti gaafatamoonni qeesotaa jaarsotii woliin woligayanii eega mari'ataniin duubatti lolttootaaf qarshii baayi'ee kennaniiti, akkana isaaniin jedhan, «Uduu nu'u raffinnee jirru barattoonni isaa halkaniin dhufanii, hatanii qabataniinii ni deeman, jedha'aatii ummatatti himaa. Waan kana bulichaan biyyaa yoo dhagayee jiraate, dhimmicha nu'u isa hubachiifnnee amansiisu'uun, isin irratti rakkinna akka hin geessine, ni taasfinna» isaaniin jedhan. Kanaaf lolttoonni qarshii fudhatanii akkuma isaatti himame ni taasisan, wonitti kun'llee haga adhaa titti Yihudota biratti, babaldhatee ni dubbatama.