Wongeela Luqaas 14:34-35
Wongeela Luqaas 14:34-35 ARSIDNT
Itti aansee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Sooqiddi misha'aa sooqiddi mi'aa sooqiddumma'aa yoo dhabe garuu, maali'iin mi'aayu'uuf danda'aa? Sooqiddi bifa kun lafa qonnaatii fi ta'ee xaa'oof'llee ka hin fayyadinne waan ta'eef, garas baasanii ni gataniin, ka gurra dhagayu qabu, haa dhagayu!»