Wongeela Yohaannis 4:25-26
Wongeela Yohaannis 4:25-26 ARSIDNT
Dubarttiin'llee, «Kristos ka jedhamu Masihiin akka dhufu ni beeka, inni yoo dhufe waan maraa nu'utti ni hima» jetteen. Yesus'llee, «Kunoo! Ani ka ammaa si haasofsiisa'aa jiru isa» ni jedheen.