YouVersion Logo
Search Icon

Wongeela Yohaannis 2:15-16

Wongeela Yohaannis 2:15-16 ARSIDNT

Yeroo sanitti giraafii haada irraa hojjateeti namoota maraa, hoolotaa fi qotiyyootaan woliin Mana Waaqeffanna'aatii isaan ni baase, qarshii worra qarshii jijjiirttotaa'llee ni bittinneese, minjaalota isaanii'llee ni garagalche. Namoota handarii gurguraniin'llee, «Kana maraa garas fudhadhaa! Mana Abbaa kiyyaa mana daldalaa hin taasisina'aanii!» isaaniin jedhe.