Matayo 6:3-4
Matayo 6:3-4 BOR
Ammo yo hiyyeesa qarqaartu harki bitaachi waan harki mirgichi tolchu imbeekhiini, aka qarqaarsi kanke waan d'ossa tahu, duuba Abbaani kanke ka waan atini d'ossaani tolchitu argu galata si baasa.