Yohana 11:43-44
Yohana 11:43-44 BOR
Waan kana jennaani inni qonqo olfud'ate lalabe, Lazaro, kooti, gabahi jed'e. Namichi due kaani boolaa bahe, ka woya awaalatiini harkafi miili wolti hid'aansa qabu, ammalle fuula isaa bututuuni hid'ani. Yesoni waan worraani jed'e, Iraa hiikha, ha deemuti.